VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO creates space for stories often overlooked by mainstream media. The podcast features writers, artists, professionals, activists, and survivors whose journeys reflect resilience, identity, and social transformation. The platform also produces documentary content examining historical and contemporary events in Ethiopia and the Horn of Africa, with par

Send us Fan Mail Support the show
Send us Fan Mail Support the show
#249 · 1 h 23 min · 24 maj 2026
Diraamaa Seenaa Qabeessa miseensonni WBO durii hojjatan kutaa 2ffaa Seenaa shalli Oromoo keessa bahe… Send us Fan Mail Support the show
#248 · 1 h 26 min · 17 maj 2026
Diraaman kuni calaqqee seenaa uummata Oromoo akka gaaritti ibsa.Send us Fan MailSupport the show
#247 · 1 h 51 min · 17 maj 2026
Diraaman kuni calaqqee seena uummanni Oromoo keessa darbe haaritti agarsiisa.Send us Fan MailSupport the show
#246 · 1 h 51 min · 17 maj 2026
Send us Fan Mail Support the show
#245 · 14 min · 17 maj 2026
Marii Jaal Ayyaana, Dr Baaroo fi Caalaa Hayiluu taasisan caqasaaSend us Fan MailSupport the show
#244 · 1 h 50 min · 16 apr 2026
Send us Fan MailSupport the show
#243 · 6 min · 2 mar 2026
Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa fi Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin dhimma maqaa misooman Oromoon buqqifamu irratti goone caqasaaSend us Fan MailSupport the show
#242 · 1 h 51 min · 22 jan 2026
Send us Fan MailSupport the show
#241 · 1 h 30 min · 18 jan 2026
My thoughts on the displacement or eviction of Aabbuu Seeraa Oromo farmers in the name of a grand project called the Bishoftu International Airport building.Development Without Justice Is Not DevelopmentWhy Evicted Oromo Farmers from #Aabbuu-Seeraa Must Be Compensated Fairly and Included in the Futurehttps://www.facebook.com/share/v/1CwSgomTiU/?mibextid=wwXIfrLarge-scale development projects are often presented as symbols of national progress. Airports, highways, and industrial zones are hailed as engines of economic growth, modernity, and global integration. However, when such projects are implemented at the expense of indigenous farmers—without fair compensation, meaningful consultation, or rehabilitation—development ceases to be a shared national achievement and instead becomes a source of injustice and exclusion.In Ethiopia, Oromo farmers—particularly the Tuulamaa Oromo—have endured land dispossession in the name of “investment” and “development” for more than a century. Beginning with the Abyssinian expansion from the north into the south, vast numbers of Tuulamaa were forcibly removed from their ancestral lands. This process resulted not only in the loss of land and property, but also in mass killings, family disintegration, and the destruction of social and cultural systems.Today, this historical pattern continues. The Aabbuu-Seedaa, a sub-clan of the Tuulamaa, are once again being targeted for displacement under contemporary development schemes. What is unfolding is not an isolated incident, but a continuation of long-standing structural injustice.Across successive Ethiopian regimes, Tuulamaa communities have faced repeated eviction—first from their land, then from their identity, and now from their future. These policies are often justified through the language of capitalism, investment, and nation-building, echoing the state-building agenda initiated under Menelik II, which inflicted catastrophic violence on the Oromo people.Today, Oromo farmers living near expanding urban areas—especially around Finfinnee—and in strategic project zones continue to face eviction from their ancestral lands in the name of “public purpose.” These farmers are not opposed to development. Rather, they reject a model of development that destroys livelihoods, erases history, and condemns their children to landlessness, urban poverty, and social marginalization.This article argue
#240 · 59 min · 15 jan 2026
The stark reality of the relationship between the Oromo people and Ethiopia is depicted in a single imageWhile you listen to the Ilfes music, watch closely the picture I used as profile of the music tooSend us Fan MailSupport the show
#239 · 5 min · 14 jan 2026
Itti fufiinsa dararaa, hidhaa, ajjeechaa fi jeequmsa jireenya bara 2025 keessa Bilxiginnaan uummata keenya irratti raawwachaa turte keesaaa hamma tokkoJ/ Ayyaanaa Goobanaa Abbaa Maccaa Abbaa Qalbii, Dr Baro Keno fi Caalaa Haahiluu Abaataa tu marii taasise.https://www.youtube.com/live/siwEEJ5mrLo?si=3Nb50NgoU05CtHwqSend us Fan MailSupport the show
#238 · 1 h 27 min · 30 dec 2025
Send us Fan MailSupport the show
#237 · 2 min · 15 dec 2025
Send us Fan MailSupport the show
#236 · 5 min · 15 dec 2025
Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO )maalirra jira? DHALOOTA FINCILAA Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO)maalirra jira?Birhaanuu Hundee tiinWaggoota shantama dura, yeroo ”Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa ”jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha jedhee eenyutu yaade? Afaan Oromoo barreeffamuun isaa hafee akka hin dubbatamneeyyuu dhiibbaan irragahamaa akka ture seenaatu ragaa ta’a. Galatni qabsaa’ota Oromootiif addatti immoo ABOf haa ta’u, kunoo Afaan keenya Qubee ittiin barreeffatus argatee; har’a Afaanota biroo wajjin Addunyaa kanarratti mul’atee jira. Seenaa saba Oromoo keessatti waan ta’e yoo yaadanne, Qubeen Afaan Oromoo (QAO)n akka Afaan barnootatti akka ittiin baratamuu fi barreeffamu beektotni fi hayyootni Oromoo bara 1991 murteessan. Waggaa tokko booda bara 1992 yeroo jalqabaaf Afaan Oromoo akka QAOtiin barsiifamu ‘seeraan’ murtaa’ee ilmaan Oromoo qubee afaan Oromoo tin barachuu eegalan.Bu’aalee Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO)n argamsiise keessaa inni guddaan tokkoyyuu Qubee Afaan Oromoo ti jechuun ni danda’ama. Kanaafuu QAOn mallattoo bilisummaa waan ta’eef kunuunfachuu fi guddisuun dirqama Oromummaa ti. Haa ta’u malee, umriin QAO umrii dargaggeessaa ta’us, waggoota 32 keessatti Afaan kun akka guddachuu qabutti guddatee jiraa? Hanqinoota maalfaatu jiru?Dhugaa dha, Afaan keenya bar-kurnee sadeen kana keessatti guddachuu akka qabutti hin guddanne. Maaliif? Sababni rakkoo kanaa hedduu ta’uu malu; qorannoollee barbaachisa ta’a. Garuu waanuma ijoo ta’an tokko tokko akka hubannoo dhuunfaatti ibsuuf:-Tokkoffaa, wiirtuun Afaan Oromoo waaltessuu fi beekumsa oomishu itti hanqata. Wiirtuu Afaan Oromoo waaltessuu fi beekumsa oomishuun hanqina qofa osoo hin taane akka hubannoo kiyyaatti waanuma jiru natti hin fakkaatu. Kun Afaan keenya guddisuuf hiri’na guddaa dha.Hanga Oromoon Abbaa Biyyummaa isaa goonfatee, mootummaa uummata isaatiif yaadu hin ijaarrannetti, rakkoo kanaaf furmaatni hin jiraatu. Dhugaa dubbachuuf, Afaan Oromoo Abbaa dhabe jechuun ni danda’amaa bar! Namootni dhuunfaadhaan tattaaffii godhuun akkuma jirutti ta’ee, guddinaa fi ayinaa (quality)Afaan kanaatiif kan dhimmamu fi irratti hojjetu dhaabbatni tokko ammatti hin jiru. Kun hir’ina guddaa dha.Lammaffaa, QAO guddisuu fi akka barbaachisutti sirnaan itti fayyadamuuf Oromoota hedduu biratti hir’inni ni mul’ata. Fakkeenyaaf, irra caalaa namootni keenya kuun Afaan Ingiliziitiin (English) kuun ammoo Afaan Amaaraatiin barreessuu filatu. Kun dhugumatti nama ajaa’iba; nama gaddisiisas. Namootni kun Afaan keenyaan barreessuuf rakkina qabu moo Afaan kanaaf tuffii qabu laata? Afaan alagaatiin barreessuun baranee hammayyee (modern yk
#235 · 22 min · 18 nov 2025
SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GUYYUU BARSIISAA YUNIBARSIITII FI DR.CAALAA O-ABDIISAA OGEESSA FAYYAA TI.Kanneen karaa YouTube caqasuu barbaaddan Link armaan gadii kana https://www.youtube.com/live/dTkVAKKSUl8?si=Nmn9JEU_n-nTvmyv cuqaasaaSend us Fan MailSupport the show
#234 · 2 h 30 min · 17 nov 2025
Seenaa Finfinnee irratti Obbo Ida’oo Boruu Odaa oso hin du’in dhalootaf waan dhaame qaba ture. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
#233 · 1 h 24 min · 17 nov 2025
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha.Sagaleen caqasuuf deemtan kunis:J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ti.Send us Fan MailSupport the show
#232 · 2 h 1 min · 11 nov 2025
Send us Fan MailSupport the show
#231 · 5 min · 4 nov 2025
Send us Fan MailSupport the show
#230 · 1 h 59 min · 9 okt 2025
Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated during Birra, the spring season of Oromia. It is based not only on research, but also on lived experiences, conversations with experts and elders, and the lessons I learned in Galma Waaqeffannaa when I was back home.Within Oromo history and traditions, Irreecha stands as a symbol of peace, unity, and gratitude to Waaqa (God). Dhuggeeffannoo Oromoo highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation—the history, meaning, and cultural expressions of Irreecha and the spring and autumn festivities. By weaving together elements of Oromo history, spirituality, and heritage, this book offers valuable insights and stands as an important contribution for both present and future generations.Send us Fan MailSupport the show
#229 · 44 min · 30 sep 2025
Send us Fan MailSupport the show
#228 · 11 min · 30 sep 2025
Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa,Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. HordofaaSend us Fan MailSupport the show
#227 · 1 h 36 min · 23 aug 2025
Send us Fan MailSupport the show
#226 · 3 min · 5 aug 2025
Send us Fan MailSupport the show
#225 · 1 min · 5 aug 2025
Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa:Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasisan ilalla.Dr. GM : Laal dhaloota keenya , Laal waan nwaan nuti hojjannee arganne, sirna sin dadhabdan kan sin miidhaa bahe nuti darbannee amma sirna uummataaf tahu finner uummanni Lafa isaa deebifate.RK : Gaafa Jootee Tulluu dhufe ni gammanne, Oromoo waan taheef Oromoo Tilda jennee Waaqaa kadhanneef. Haa gahu malee gaafa Dajjaasmaach argatu Oromoo miidhuu jalqabe. Gabbara humnaa olii garbichaan kaffaluu ykn Maria Tireezaa dhaan akka kaffalan gabrummaa hamaa nu iirratti fe’e. Uummanni didee mormee jennan dhaamsa dhaakuu dugda isaanitti baachisee qileetti darbatee ajjeessuu itti fufe.Uummanni kana nuffee Waaqni akka isa isaan irraa kaasu kadhachuu eegale.Waaqayyoon nu dhagahe, Jooteen bakkaa kaafamee,Dajjaach- Birruun bakka bu’e. Ni gammanne, alatti yaanee sirbinee dhiichisneet Waaqa namticha Amaaraa ( Dajjach Birruu) sana nuuf fide galateeffanne. Tokkoon keenya illee Dajjaach kuni akkamiin jiruu fi jireenya Oromoo akka fooyyessus tahee mirga mulqamne akkamiinwakka deebisu hin gaafanne sirbaa fi dhiichisa keenya malee.Namtichi osoo hin turin imaammata gabbaarii fi malkanyaa diriirse. uummata Maccaa qabeenya Nafxanyaa gochuun hire. Durboonni fi haati warraa keenya garbittii mana Nafzanyaa tajaajiltu taasise. Dubartoonni keenya isaa fi loltoota isaaf nyaata bilcheessuun dirqama itti tahe. Bishaan waraabuu, qoraan cabsuu, afaanii, meesuu, daakuun hojii isaanii tahe. Laftii fi qabeenyi keenya qabeenya dhuunfaa Birruu ta’e. Ijoolleen dargaggootaa fardeen fi gaangolii isaa fi loltoota isaa tiksuu fi eeguu hojii godhatan. Gibbirri maallaqaa fi qabeenya biraan kaffaluun dirqama tahe. Uummanni namtichaa fi warra qubattootaf waan hojjatuuf yeroo ofiif oomishatu hin qabu. Uumamni baayyee hiyyoome, oggaa Birruu fi qubattoonni kaan facaqanii gammaddan nuti beelofnee dhumanne. Waan Jootee jala taanee caalaatti dararamne. Gatii Jootee abaarree Birruun dhufutti sirbinee dhiichisne sana dachaan kaffalle.Ammas Waaqayyootti boonye. ni kadhanne. Innis kadhaa keenya ni dhagahe. Kanaaf bara 1936 Xaaliyaanii nuu fide. Xaaliyaaniin Birruu fi Nafxanyootaa isa waliin nurra qubatan ariitee nurraa kaafte. Baayyee gammanne. Akka amala keenyaa karaatti baanee sirbinee dhiichifne. Haa tahu malee ammas namni tokko illee ajandaa ( fedhii) warra Xaaliyaanii gaafate hin jiru. Nuti Birruun Badu qofatti mirqaanne. Jarri adiin Suni nurraa adda ta’anis Birruu irra nu wayyu jenneetuma gammachuu keenya itti fufne. Haa tahu malee ammas hirreeguma akka gaafa Jooteen deemee Birruun dhufee sana irra deebineet Buqqifamuun Jootee booda akkuma Bir
#224 · 45 min · 22 jul 2025
CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa.Send us Fan MailSupport the show
#223 · 2 h 14 min · 17 jul 2025
Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
#222 · 1 h 32 min · 24 jun 2025
Send us Fan MailSupport the show
#221 · 1 h 34 min · 15 jun 2025
Send us Fan MailSupport the show
#220 · 5 min · 2 jun 2025
Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessattiImala joollummaa koo Salaalee gara BooranaaBooranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaaSeenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. CaqasaaSend us Fan MailSupport the show
#219 · 1 h 46 min · 22 apr 2025
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera.https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdUKitaabni kuni takkaahuu waan dhalli Oromoo tokko darbeeyyuu uummanni keenya keessa jiraateefi jiru fi jiraachuu fedhu, diddaa fi roorroo, beelaa fi dheebuu,hongee fi godaansa, lolaa fi nagaa, jaalalaafi jibba, waadaa fi gantummaa, gootummaa fi albaadhessummaa. Faroo- falaa fi raaga, ijibbaataa fi muldhata egeree fi suur-sammuun fedha waloo fi fedha qeenxee, imaanaa dhalootaa akkasuma gumgummii,asaasaa namummaa fi sodaa, abdii fi haamilee dhaba, yaadaa fi yaaddoo,seexaa fi seenaa, seeraa fi yakka, cabiinsa mirga namoomaa fi baqattummaa, namummaa fi gaabbii fi madoo keessoo keenyatti takkaa baannee deemnuu, kaanimmoo dinnee bulgaafannu bifa walalootin sararame.Dhiibbaa siyaasaa fi diinagdee, olaantumma afi diddaa gadaantummaan roorrifamuu, falma saamicha lafaa fi malaanmaltummaa, kiyyaafi keenyaa, abbaa biyyummaa fi eenyummaa, dhugeeffata Oromoo fi falaasama matayyaa, aadaa,seenaa fi afaan ofiif quuqqaa akkasumas didhaa sabni kuni waansaaf jedhee keessa le’ee as ce’e haala barreessichaaf galeefi ifetti, bifa Walaloo dhadheeroo fi gaggaabaaboo,akkasuman walaloo aadaa, sheekkoo,durdurii fi mammaakkasa Oromoo hundee godhatee qaacceffamuun walaloo bifa ammayyaatiin barraahedha.walalootaa gara mata dureewwaan 100 tti dhihaatan hammatera. Hunduu taateefi kaatee akkasumas muudannoo fi miira adda addaatin barreeffaman. Walaloon miiraa dubbistootaa kaan gammachiisaa, kaan boochisaa, kaan dinqisiisaa kaanimmoo aarsaa fi kafalchiisa kan jechoota bareedoo fi gaggabaaboon miira dubbistoota taa’atee dhamaa fi dhaamsa dabarsuudha.Akkuma Artistii fi gaazexeessaa Ibraahim Haajii Alii kitaaba walaloo tiyya jalqabaa yommuu gulaalee yaada isaa kennu, ‘’ onnee dhabanis,sombatu nama duta.’’ jedhetti dandeettii guddaa fi ogummaa afaanii guddoo qabaannee osoo hin taane, inaaffaa, teenyaahoo maaf Akka kan biraa dhabdee fi hanqaxxee? wanti biraa hafnaan kitaabni walaloo afaan Oromootiin barreeffame qooda guddaa hogbarruu Oromoof gumaachullee yoo baattee lakkobsa keessa galuunuu waajabil jedheen kitaaba kana hogbarruu Oromootif gumaachu fedhe.Sabni kiyya kanneen hogbarruu Oromoo jaalataniifi kanneen immoo ogummaasaa qaban, akka dubbisaanii yaada ijaaraa fi egereef foooyyeesse waa gumaatu godhuuf akka haamilee naaf ta’an abdiin koo guddaa dha. abdachaatii Kitaabni tuni Yaadannoo isii immoo;Hangafoota Qabsaahota Oromoo kannee murannoo fi tikfata Iccitii dhaloota kana barsiisaan Hundeessaa fi barreessaa olaanaa Waldaa Maccaa-Tuulamaa kan ta'an obbo Haylamaaram Gammadaa fi Haaji Aadam Saddoo tiif naaf haa taa
#218 · 58 min · 21 apr 2025
Send us Fan MailSupport the show
#217 · 8 min · 16 apr 2025
Send us Fan MailSupport the show
#216 · 6 min · 16 apr 2025
Send us Fan MailSupport the show
#215 · 19 min · 16 apr 2025
Send us Fan MailSupport the show
#214 · 5 min · 16 apr 2025
Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona.nuwaliin turaahttps://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz"Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture kanan barreesse. Waggaa 29 har’aa ta’uusaa ti. Jalqaba barruulee eebbaa (graduation bulletin) kan Dhaabbata Leenjii Barsiisotaa Adaamaa (Adama TTI) irratti maxxante. Itti aansee barruulee eebbaa barattoota Oromoo Yuuniversiitii Finfinnee, boodarras barruulee yeroo sana Afaan Oromoon qophooftu "Madda Walaabuu" jedhamtu irratti maxxante. Fuula 4 duwwaa qabdi. Garuu, barruun sun kan namoonni na beekanis, na hin beeknes ittiin na yaadatan taate.Mee yoo yeroo qabaattaniif dubbisaa, waan yeroo sana ani akeekee barreesse har'allee dhugaa dhaa laata? Kan suuraan maxxane yoo dubbifamu dideef, text-version kunoo asitti maxxanseera.~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~Ji'oomeetrii Oromummaa ——-Xiinxala Herregaa Barsiisaa Moosisaa Galataa AagaatiinWaxabajjii, bara 1994 – Instituutii Leenjii Barsiisota Adaamaatti barreeffame. ———-1. Seensa ~~~~~ Barruu kana keessatti maalummaa Oromoo ilaalchisee hiikoon (definitions) adda-addaa kennamaniiru. Jechootni haaraan, pooschuleetotnii (postulates) fi tiyeeramootni (theorems) kennaman hundi kanneen barreessaa barruu kanaatiin moggaafamani dha. Akka amantee bareessaa kanaatti, namni tokko "ani Oromoo dha" ofiin jechuun duratti, ulaagaalee barruu kana keessatti kennaman kan guutu ta'uu isaa mirkaneeffachuu qaba. Oromoo guutuu ta'uudhaafis ulaagaalee kennaman keessaa kan jalaa hir'atan yoo jiraatan dafee of sirreessuuf isa gargaara. Kana malees fira isaa fi diina isaa akka adda baafatuuf gorsa gaarii ta'a.Barreeffamni kun ilmaan Oromoo of dagatanii jiran of barsiisee tokkummaa Oromoo Oromummaa irratti hundaa’e akka jabeessu hawwii barreessaa kanaa ti.2. Pooschuleetota Oromummaa ~~~~~ Bara durii nama Oromoo jedhamu tokko tu ture. Oromoonis ilmaan lama dhalchee qaba ture. Inni angafaa Boorana, inni quxisuu Baareentummaa jedhamu. Booranaa fi Baareentummaanis ijoollee horan. Ijoolleen isaanis ijoollee horan. Akka kanaan wal horuun ittuma fufee bara dheeraa keessatti sabni Oromoo jedhammu gaanfa Afrikaatti argamuu danda’ee jira. Hiikoo 2.1. Hidda tartiiba Oromoon itti wal hore ibsu hidda hortee Oromoo jenna.Hiikoo 2.2. Dachee gaanfa Afrikaatti argamu keessaa dagni (territory) sabni Oromoo bara dheeraatiif dhuunfaa isaa godhatee, irratti wal horee jiraachaa turee fi jiru walitti qabaatti Oromiyaa jedhama. Oromiyaa jechuunis biyya Oromoo jechuu dha.Hiikoo 2.3. a) Namni Oromiyaa keessa jiraachaa jiru tokko karaa hadha isa ykn karaa abbaa isaa yammuu duubatti lakkaa'amu hidda hortee
#213 · 1 h 15 min · 7 apr 2025
Egereen Oromoo oluma!Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa.Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata.Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa fi aadaa isaa jaalatu garuu akkasitti akka iftee mul’attuuf irratti hojjata. Garaa gabrummaan beekuu fi beekuu dhabuu, of tahuu fi of tahuu dhabuu as irra jirti jechuu dha.Hawaasni Oromoo #Canada- Kaanaadaa fi keessattuu namoonni dhimma kana irratti hojjachuun yeroo, beekumsaa fi humna keessan irratti baaftan obbo Habtaamuu Nini Abino hoogganaan #OromoHeritage ulfaadhaa! Galanni keessan eenyummaa fi aadaa Oromoo dagaagee, guddateeakak biiftuu muldhatu arguu haa ta’un jedha.Biyya Kaanaadatti, magaalaa guddoon biyyattii #Ottaawaan, Irreechi Oromoo akka aadaa fi Ayyaana waggaa magaalaattii tahee kabajamu labsite. Kuni injifannoo salphaa miti aadaa fi eenyummaa Oromoo sadarkaa kanaan gahuun!Irreechi Irree keenya! Kan jenneef kanaafi!” Sabni aadaa fi amantii hin qabne, garbicha” kan jedhe aabba Liiban Dabbasaa Guyyoo ture!https://x.com/abino11/status/1891074227505336795?s=46...Send us Fan MailSupport the show
#212 · 1 h 4 min · 24 mar 2025
De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne.Send us Fan MailSupport the show
#211 · 1 h 41 min · 8 mar 2025
CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaaSend us Fan MailSupport the show
#210 · 1 h 14 min · 25 feb 2025
''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira.Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa argataa turullee sunis yeroo ammaa irraa dhaabbatee jira. Namni naasuu namoofi oromummaa qabdan, Hawaassni Oromoo bal'aan Obbolaa keenya #karrayyuu ona Fantaallee keessa jiraatan Gargaarsa midhaan nyaataan dhaqqabdanii akka lubbuu baraartan maqaa waaqaaf Hawaasaa ulfaa karrayyuu har'a rakkoon itti jirtuutin isinan gaafanna'' jedhu dhalattoonni Karrayyu iddoo addaa jiran.Haala kanaa fi kanneen kanatti hidhata qaban, rakkoo hundee fi ammee uummanni keenya Karrayyuu keessa jiru irratti torban kana Chaanalii Booranaa Bareentuu Cbb qophiin #Egeree-Oromiyaa keessummoota lama Awurooppaa fi Kaaba Ameerikaa irraa siniif dhiyeessina.Keessummonni Keenya Obbo Rukessa Boru Hambecha biyya Norway irraa fi akkasumas Obbo #Gadaa Hawaas biyya Kanaadaa irraa Dilbita dhufu- 23-02-2025 sa'aatii 19:00 akka Giddugaleessa Awurooppatti qabannee dhiyaanna nu hordofaa.Kanneen uummata keenya gumaachitan karaa armaan gadiin gargaaruu dandeessu.Miidiyaa Dhaddacha OromooShanee News Network-SNNChaanalii Booranaa Bareentuu Cbbhttps://gofund.me/17623ec9https://www.youtube.com/live/TB1f2hTIar0?si=sbey6nVME-MjH6fqSend us Fan MailSupport the show
#209 · 1 h 33 min · 24 feb 2025
Send us Fan MailSupport the show
#208 · 6 min · 17 feb 2025
Send us Fan MailSupport the show
#207 · 26 min · 15 jan 2025
Send us Fan MailSupport the show
#206 · 1 min · 15 jan 2025
Send us Fan MailSupport the show
#205 · 9 min · 17 dec 2024
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee?Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee?Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dhaloota Qubee)Kanaaf mee dhaloota duraa irraa kaana,1. Osoo ABOn hin bu’uramin ykn hin dhalatin Oromoon maal keessa ture Dr. Dagafaa ?2. J/ Milkeessaa, ABOn maal faa hojjatee waggoottan shantamman darban ?3. Dr. Caalaa: ABOn homaa hin hojjanne osoo hin taanee ergamaa fi mul’ata ( Vision and mission) isaayyuu xummuree sadarkaa biraa keessa jira kan jedhan jiru. Ati yaada kana akkamiin ilaalta? ( karaa afaanii, aadaa fi duudhaa ganamaa, karaa siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa) mee kana dhaggeeffattoota fi dawwattoota keenyaf ibsi.4. Dr. Dagafaa gaaffilee jaallan lamaan of dhiyaate irratti waa dabalaa mee akkasumas, Osoo ABOn hin jiraannee OPDnu hin uumamtu, OPDOn subis dsrdartee qabsoo bilisummaa Oromoo buttee hardha sadarkaa kanatti hin dubbattu kan jedhan jiru maal jettu isin?5. J/ Milkeessa: Abiy ABO waliinan hojjachaa ture jedhee ture…dhuguma ABOn homaa hin hojjanne yeroo jedhu olola siyaasaa ti moo maalif kana jedhe jettee yaadda? Deebii le karaa jaarmiyaa di ilmaan Oromoo maqaa ABOtiin dararamaa turanii hoo maal tahuu qaba ture?6. Dr. Caalaa, dhimma kana qajeellotti deebii kennuun maalif barbaachisa? Eenyun dhugaa kana hubachiisuuf deemna?Send us Fan MailSupport the show
#204 · 1 h 35 min · 12 nov 2024
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shororkessuu, saamuu fi hiyyoomsuu; 2) qoqqoodee bulchuu; 3) afaan, aadaa, seenaa, waliigala eenyummaa sabichaa dhabamsiisuu fi burjaajessuu; 4) qaroo sabichaa dhabamsiisuu, sirna ofii fudhachiisuu ykn malaanmaltummaadhaan takaalee akka saba isaaniif hin dhaabanne godha. Kunneen imaammatoota koloneeffataan ittiin beekamu, kan sirni Itoophiyaa baldhinaan saba Oromoo irratti geggeessaa ture fi jiru dha. Seminaarri GHO kun tooftaa sirni PP hardha Oromoo ittiin gidirsu keessaa waan lama irratti xiyyeeffata: A) Olola Maqaa Nagaa fi Araaraa Qabatee DeemuB) Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo Biyyaa Alaa (fi Keessaa)Kunneen jalatti, olola PP’n maqaa “Nagaa” fi “Araara” jedhuun uummata burjaajessuuf yaaltu ifoomsuu; akkasumas murni kun, qabeenya (resource) qabdu fi kan itti liqeeffattu mara dhangalaastee, golee qabsoo fi hawaasaa keessatti burjaajii fi jeequmsa uumuu yaaltu irratti uummata dammaqsuu irratti xiyyeeffata.Send us Fan MailSupport the show
#203 · 2 h 51 min · 21 okt 2024
Send us Fan MailSupport the show
#202 · 6 min · 21 sep 2024
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaaHiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salphoo soqolattee salphinaan gargaaru akka jedhamu, saayiba ishee isa Itoophiyaa hunkurutti quba qabdee jirti. Haala amma dhalate yoo ilaalle gabaabsinee 1. Somali-land, biyya hawwii bilisummaa guddaa qabdu, osoo bilisoomtees ishee malu. Garuu harka seexanaa buutee nagaashee duraan qabdullee of hunkuruuf herrega siyaasaa dogogoraatiin michummaa sheexanaa dhaqxe dha. Haalli ishee nama gaddisiisa. Dogoggora seenaa itti tahuuf jira adeemsi isheen alana deemte.2. Somaaliiyaa, biyya nagaa hin qabne dha. Addunyaatu beeka kana. Ammoo firoota hin qabdu jechuu miti. Firootni isheen qabdu qofa osoo hin taane, warren kallattii adda adaan Itoophiyaan sun akka nagaa dhabduu barbaadaniifis biyya maraatuun bultu sanatti adaba gochuu inuma hawwu. Carra sanaan Somaaliyaatti michoomuun keekii bareedee qophaahe akka argachuuti.3. Egypt (Misrii), haalli hidhaa laga Abbayaa kan yeroo hunda ishee cinqu, misir itoophiyaan biyya tasgabbii qabdu akka taatu hin feetu. Kanaaf ragaan Biraanuu naggaafaa warra irraa doolaara guurrataa ture caalaa hin jiru. Kanaaf Biyyi Egypt, har’a meeshaa waraana Somaaliyaatti guuruun, dinagdee fi kkf tiin deeggaruun Somaaliif carraa addaati4. Eritrea, namichi ani gamna jedhuu boor hin beekne, Isaayyaasiin waamee akka haadha manaatti qubeelaa harkatti akka kaahuuf taa’e lola Tigraay itti fayyadamee ari’e. kun aarii guddaa dha. Isaayyas lubbuun osoo jiruu kana ijaa bahachuuf waan isa fayyadu kamiinuu ni raawwata. Kanaaf Egypt fi Eritrean ammatti cidha waraanaa Somaaliyaan itti jirtu kanaaf dura bu’ummaan hojjechuutti jiru.5. Gaheen Eritrea maali? TPLF duukaa araara buusuu, Faannoo durumaan leenjisuuf hidhachiisu jabeessuu, TPL fi Faannoo hoogganuun lola haaraa kana keessatti gahee biyya sana abba bushuu fi akkamitti akka bushuun irra jiru irratti hojjechuu, yaada kanaaf ammo TPLF badii kana dura Shaabiyaa irratti dalagde yoo dhiifte nuti isaaniin michuummaa jabeeffachuuf qophii dha jedhee jira. Egaa Abiyyiif bale gizoonni, TPLFn lamatti hirree carraa kana hanbisna jedhanii dhamahaa jiru. Gareen Geetaachoo fi Gareen D/Tsiyoon ammatti waldhabdee jabduu qabaataniiru. D/tsiyoon genociden ragaan hin jiru hin taane hanga jedhuutti gaheera. Bilchina siyaasaa isaa agarsiisa. Genocide tahuu adunyaatu beeka, garuu ammatti gareen Geetachoo kan kaleessa taheef haqa hin fidne, ittiin qofa uummata Tigraay sodaachisee, uummatichi jiilee harka Abiyyitti akka laadhatuuf dhamahaa jira. D/Tsiyoon ykn TPLF garuu garee gantuu kana of keessaa ari’anii jiru. Inumaa wa
#201 · 1 h 7 min · 21 sep 2024
My Poor MotherMy poor mother, the one and only I love,These days you are constantly in my thoughts,I can’t sleep or find rest,Preoccupied with worry about the impending fate,Thinking of what the pandemic might unleash upon you,Asking myself so many questions, wondering how you will fare,Filling in the blanks with observations and facts.I fear for you, should the pandemic conquer your heart.You may not have the strength to defend yourself, your home, your core.Your grown children, with potential and capability, have left—Fled to distant lands, seeking safety or driven by greed.Your doctors are not here to care for you,They, too, have gone abroad, seemingly indifferent to your plight.How will you bear the losses you are bound to face?What are you doing to protect your children in this critical time?What are you doing, dear mother?My beloved, my poor mother,Let me hear your pain,Let me listen to your story before one of us sleeps for eternity.Even now, we see that the rich and powerful nationsCannot protect their own people.It seems the more civilized they are, the greater their loss.They create powerful, modern, computerized weapons to destroy,But they fail to produce the vital vaccines needed in this crucial time.They satisfy human desires, making life seem limitless,They go to the Moon, to Mars,Dreaming of one day living there.Yet, they cannot stop their people from dying of COVID-19.That is why I worry about you, about my siblings.So, my poor mother, tell me:How prepared are you for the losses to come?You know well how your leaders are corrupt,Conspiring against the masses for their own interests and ego.They barely work together to find solutions for the problems at hand.How will you bear the loss of your poor children,When they don’t care for one another,When they are indifferent while their siblings die?Do you think they will change their ways and protect each other?Do you think they can be generous, learn to survive together?My poor mother, you don’t have the power or the knowledge to protect them.Their lifestyles expose them, make them vulnerable.They lack the materials needed to safeguard themselves.You’ve already seen how this pandemic is taking lives worldwide,How even the richest, most developed nations cannot fight back.So, my poor mother, how will you fight to save your children?Do you have any advice for them in these dark times?Have you glimpsed hope, any dreams of better days for your children?Mama Africa, may the Almighty Waaqayyoo bless and protect your children.I am so desperatel
#200 · 5 min · 21 sep 2024